Unit 1: Listen Here
Select a unit
- 1 Listen Here
- 2 Unit 2
- 3 Unit 3
- 4 Unit 4
- 5 Unit 5
- 6 Unit 6
- 7 Unit 7
- 8 Unit 8
- 9 Unit 9
- 10 Unit 10
- 11 Unit 11
- 12 Unit 12
- 13 Unit 13
- 14 Unit 14
- 15 Unit 15
- 16 Unit 16
- 17 Unit 17
- 18 Unit 18
- 19 Unit 19
- 20 Unit 20
- 21 Unit 21
- 22 Unit 22
- 23 Unit 23
- 24 Unit 24
- 25 Unit 25
- 26 Unit 26
- 27 Unit 27
- 28 Unit 28
- 29 Unit 29
- 30 Unit 30
- 31 Unit 31
- 32 Unit 32
- 33 Unit 33
- 34 Unit 34
- 35 Unit 35
- 36 Unit 36
- 37 Unit 37
- 38 Unit 38
- 39 Unit 39
- 40 Unit 40
-
Completed
Session 1
1 ActivityWhy does X mean ‘kiss’ in English?
09 Nov 2018Millions of people finish their messages with an X, which means ‘kiss’ in English. Learn how X came to mean ‘kiss’ in today’s episode!
Namoonni miliyoonotaan lakkaa’aman dhaamsasaanii ‘X’n xumuru; kana jechuunis Afaan Ingiliziitiin dhungoo jechuudha. Kutaa har’aa keessatti akkamitti ‘X’, ‘dhungoo’ jechuu akka ta’e hubadhu. -
Completed
Session 2
1 ActivityWhy do teenagers leave their homework to the last minute?
23 Nov 2018Today we examine one scientist’s analysis of teenagers, homework and the brain. Can she explain why teenagers leave their homework to the last minute?
Har’a xiinxala saayintistii tokkoo hojmanee fi sammuu ijoollee umurii waggoota kudhanoota keessaarratti dhiheesite sakataana. Ijoolleen hojmaneesaanii hanga daqiiqaa dhumaatti maaliif akka utuu hinhojjetin turan ibsuu dandeessii? -
Completed
Session 3
1 ActivityWhy do penguins waddle?
30 Nov 2018Penguins have a distinctive walk, or ‘waddle’. Today we discover the scientific theory that explains why penguins waddle.
Pengunoonni deemsa adda ta’e, ykn ‘deemsa gatantarri’ qabaatuu. Har’a yaadrimee (theory) saayinsaawaa kan maaliif pengunoonni deemsa gatantarri fakkaatu akka deeman hubanna. -
Completed
Session 4
1 ActivityHow does fat affect the brain?
07 Dec 2018How does fat affect the brain? Today we listen to part of a scientific discussion and explain the ideas around this topic.
Coomni akkamitti sammuurratti dhiibbaa uumaa? Har’a kutaa marii saayinsaawaa caqasuudhaan yaadawwan waa’ee mataduree kanaa ibsina. -
Completed
Session 5
1 ActivityWhat can chickens teach us about productivity?
14 Dec 2018Can the behaviour of chickens teach us about our own behaviour? Some studies say it can! Today we are explaining the ideas behind this theory.
Amalli lukkuuwwanii waa’ee amala keenyaa nu barsiisuu danda’aa? Qo’annoowwan muraasni akka danda’am himu. Har’a yaadawwan yaadrimee kana duuba jiru ibsina. -
Completed
Session 6
1 ActivityWhat can thinking about death teach us about life?
04 Jan 2019Can considering death help to improve our lives? Today we listen to the thoughts of an end-of-life carer.
Waa’ee du’a hubachuun jireenya keenya fooyyessuu danda’aa? Har’a yaadawwan kunuunsitu namoota du’uutti jiranii caqasna. -
Completed
Session 7
1 ActivityWhat happens when we see robots that look like us?
07 Jan 2019Robots can often look like humans, but how does this make us feel? Listen to learn great language around this topic.
Roobootonni yeroo hedduu nama fakkaachuu ni danda’au, garuu kun akka maaltu nutti dhaga’amu taasisaa? Mata duree kana ilaalchisee afaan cimsitee barachuudhaaf dhaggeeffadhu.
-
Completed
Session 8
1 ActivityWhy are songs getting faster?
17 Jan 2019Modern life moves very quickly, but why does music need to move quickly too?
Jireenyi hammaayaa saffisaan deemaa jira, garuu muuziqaanis ammoo maaliif dafee dafee deemuun barbaachisee?
-
Completed
Session 9
1 ActivityWhy do we say 'you' to describe personal experiences?
25 Jan 2019People often say ‘you’ when describing their own experiences. Today we examine one psychologist’s theory about why this happens.
Namoonni yeroo waa’ee muuxannoo isaanii ibsanitti yeroo hedduu ‘you’ jedhu. Har’a kun maaliif akka ta’e ilalchisee yaadi-rimee ogeessa xinsamuu tokkoo ilaalla.
-
Completed
Session 10
1 ActivityWhy was salt so important?
01 Feb 2019Nowadays we judge status and wealth with cars and clothes – but how was it measured in the past? Today we find out why salt was so important!
Yeroo kana sadarkaafi qabeenya konkolaataawwaniifi uufataan murteessina – garuu dur akkamiin safarama turee? Har’a soogiddi maaliif akka barbaachisaa ta’e ilaalla!