Unit 1: Essential English Conversation
Select a unit
- 1 Essential English Conversation
- 2 Unit 2
- 3 Unit 3
- 4 Unit 4
- 5 Unit 5
- 6 Unit 6
- 7 Unit 7
- 8 Unit 8
- 9 Unit 9
- 10 Unit 10
- 11 Unit 11
- 12 Unit 12
- 13 Unit 13
- 14 Unit 14
- 15 Unit 15
- 16 Unit 16
- 17 Unit 17
- 18 Unit 18
- 19 Unit 19
- 20 Unit 20
- 21 Unit 21
- 22 Unit 22
- 23 Unit 23
- 24 Unit 24
- 25 Unit 25
- 26 Unit 26
- 27 Unit 27
- 28 Unit 28
- 29 Unit 29
- 30 Unit 30
- 31 Unit 31
- 32 Unit 32
- 33 Unit 33
- 34 Unit 34
- 35 Unit 35
- 36 Unit 36
- 37 Unit 37
- 38 Unit 38
- 39 Unit 39
- 40 Unit 40
Session 33
Listen to find out how to ask people what time they have breakfast.
Namoonni yeroo kam ciree akka nyaataan akkaataa ittiin gaafattu hubachuuf caqasi.
Session 33 score
0 / 3
- 0 / 3Activity 1
Activity 1
What time do you have breakfast?
Listen to find out how to ask people what time they have breakfast.
Namoonni yeroo kam ciree akka nyaataan akkaataa ittiin gaafattu hubachuuf caqasi.
Listen to the audio and take the quiz. Sagalee caqasitii battallee kana hojjedhu.

Caalii
Yooyyaa! Barataan Afaan Ingilizii kamiyyuu isa malee baruu kan hindandeenye qooqa barbaachisoo kan isiniif dhiheessu gara Essential English Conversation’tti baga nagaan dhufte. Ani Caaliidha. Qaphii kana keessatti, yeroo, ciree nyaattu ‘have breakfast’ fi yeroo, irbaata nyaattu ‘have dinner’ akkamitti akka dubbattu baratta.
Namoonni lama nyaatasaanii yeroo kamitti akka nyaatan yoo walitti dubbatan caqasi.
Jane
Hi Chris, when do you have breakfast?
Chris
I never have breakfast.
Jane
When do you have dinner?
Chris
I have dinner at eight forty five.
Caalii
Hubachuuf yoo si rakkise, hinyaadda’iin; shaakaluuf akka sigargaaruuf haasawicha addaan qoodna.
Jalqaba, Jeen, yoom Kiriis ciree akka nyaatu ‘have breakfast’ gaafatte. Caqasiitii irradeebi’i.
When do you have breakfast?
Caalii
Kiriis akka jedhetti gonkumaa ‘never’ ciree hinyaatu ‘have breakfast’. Caqasiitii irradeebi’i.
I never have breakfast.
Caalii
Jeen ittaansuudhaan Kiriis yeroo kam akka irbaata nyaatu ‘have dinner’ gaafatte. Waa’ee yeroo gaafiiwwan gaafachuuf yoom ‘when’ ykn yeroo kam ‘what time’ fayyadamuu dandeenya – garaagarummaa hinqaban. Caqasiitii irradeebi’i.
When do you have dinner?
Caalii
Kiriis akka jedhetti, sa’a lamaafi afurtamii shanitti ‘eight forty five’ irratti irbaata nyaata. Caqasiitii irradeebi’i.
I have dinner at eight forty five.
Caalii
Dansa! Ammammoo namoonni gara garaa waa’ee yeroo nyaatawwan garagaraa ittiin nyaatan wayita dudubbatan caqasuudhaan maal akka jette mirkaneeffadhu.
Nick sa’atii kuhda lamaafi afurtamii shanitti ciree akkasumas sa’aatii ja’aafi ruubiitti laaqqana ‘lunch’ nyaata.
Hi Nick, what time do you have breakfast?
I have breakfast at six forty five.
Ok. What time do you have lunch?
I have lunch at twelve fifteen.
Caalii
Tole, irradeebinee haayaallu. Himoota Afaan Ingilizii caqasiitii irradeebi’i. Yeroo kanatti tokkoo-tokkoosaanii al lama dhageessa.
When do you have breakfast?
When do you have breakfast?
I never have breakfast.
I never have breakfast.
I have breakfast at eight fifteen.
I have breakfast at eight fifteen.
When do you have dinner?
When do you have dinner?
I have dinner at eight forty five.
I have dinner at eight forty five.
Caalii
Baay’ee gaarii! Afaan Ingilizii hagam dansaa akka yaadattu haa’ilaallu. Himoota qooqakeetiin caqasiitii Afaan Ingilizii keessatti maal akka ta’an himi.
Yoom ciree nyaatta?
When do you have breakfast?
Ani gonkumaa ciree hinyaadhu.
I never have breakfast.
Ani sa’atii lamaafi kudhashanittin ciree nyaadha.
I have breakfast at eight fifteen.
Yoom irbaata nyaattaa?
When do you have dinner?
Ani sa’atii lamaafi afurtamii shanittin irbaata nyaadha.
I have dinner at eight forty five.
Caalii
Misha! Tole, amma yoom hojii akka jalqabduufi xumurtu akkaataa ittiin gaafattuufi deebii laattu ni beekta. Wantota armaan gadii yeroo kam akka raawwattu wayita Jeen sigaafattu deebii laachuun shaakali.
When do you have breakfast?
When do you have dinner?
Caalii
Baay’ee gaarii, ammammoo deebiikee sirreeffachuuf haasawicha guutummaasaa irradeebi’iitii caqasi.
Jane
Hi Chris, when do you have breakfast?
Chris
I never have breakfast.
Jane
When do you have dinner?
Chris
I have dinner at eight forty five.
Caalii
Hojii gaarii! Amma namoonni yeroo kam nyaaatawaan garagaraa akka nyaatan Afaan Ingiliziitiin gaafachuu ni dandeessa. Waan baratte shaakaluu hindagatiin. Hiriyaa tokko barbaaddadhuutii yeroo kamitti nyaatawwan garagaraa akka nyaattu Afaan Ingiliziitiin gaafachuudhaan shaakali. Barnoota dabalataa Essential English Conversation ‘iin yeroo ittaanutti walitti deebina. Nagaatti! Bye!
Check what you’ve learned by choosing the correct answer to the question.
Gaafiidhaaf deebii sirrii ta’e filuun waan hanga ammaatti baratte mirkaneeffadhu.
Yeroo kam ciree nyaattaa?
3 Questions
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Help
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Hint
Sa’aatii waantokkoo gaafachuuf wayita jennu jecha kam fayyadamnaa?Question 1 of 3
Help
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Hint
‘Nyaachuu’ jechuuf jecha kam fayyadamuu dandeenyaa?Question 2 of 3
Help
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Hint
Jalqaba sa’aatii(yeroo), ittaansuun daqiiqaawwan himi.Question 3 of 3
Excellent! Great job! Bad luck! You scored:
Join us for our next episode of Essential English, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Kutaa barnootaa Afaan Ingilizii Barbaachisoo kan qooqa daran faayida-qabeessa ta’an keessatti barannuufi daandeettiiwwan dhageettiikee ittiin shaakaltutti yeroo itaanu walitti deebina.
Shaakala dabalataaf miseensa garee Feesbookii keenyaa ta’i!
Session Vocabulary
When do you have ______?
Yeroo kam ______ nyaattaa?I never have ______.
Ani gonkumaa ______ hinyaadhu.I have ______ at ______.
Ani______ sa’a ______tin nyaadhabreakfast
cireedinner
irbaataeight forty five
lamaafi afurtamii shantwelve fifteen
ja’aafi kudhashan