Unit 1: Essential English Conversation
Select a unit
- 1 Essential English Conversation
- 2 Unit 2
- 3 Unit 3
- 4 Unit 4
- 5 Unit 5
- 6 Unit 6
- 7 Unit 7
- 8 Unit 8
- 9 Unit 9
- 10 Unit 10
- 11 Unit 11
- 12 Unit 12
- 13 Unit 13
- 14 Unit 14
- 15 Unit 15
- 16 Unit 16
- 17 Unit 17
- 18 Unit 18
- 19 Unit 19
- 20 Unit 20
- 21 Unit 21
- 22 Unit 22
- 23 Unit 23
- 24 Unit 24
- 25 Unit 25
- 26 Unit 26
- 27 Unit 27
- 28 Unit 28
- 29 Unit 29
- 30 Unit 30
- 31 Unit 31
- 32 Unit 32
- 33 Unit 33
- 34 Unit 34
- 35 Unit 35
- 36 Unit 36
- 37 Unit 37
- 38 Unit 38
- 39 Unit 39
- 40 Unit 40
Session 20
Listen to find out how to use what we have learned in the last four lessons.
Waantota kutaalee barnootaa afran darban keessatti baranne akkamiin akka fayyadamtu hubachuuf caqasi.
Session 20 score
0 / 3
- 0 / 3Activity 1
Activity 1
Where you live: Review
Listen to find out how to use what we have learned in the last four lessons.
Wantota kutaalee barnootaa afran darban keessatti baranne akkamiin akka fayyadamtu hubachuuf caqasi
Listen to the audio and take the quiz. Sagalee kana caqasitii battallee kana hojjedhu.

Caalii
Yooyyaa!, Barataan Afaan Ingilizii kamiyyuu isa malee baru kan hindandeenye qooqa barbaachisoo kan isiniif dhiheessu, gara Essential English Conversation, baga nagana dhufte. Ani Caalii dha. Kutaa kana keessatti waan kutaa barnootaa afran darban keessatti baranne shaakaluuf jirta. Namni tokko eessa akka jiraatu akkamiin akka gaafatamu, bakkawwan itti dhihoo jiraniifi eessa akka ta’an gaafachuu, kallattiiwwan gaafachuufi bakkawwan namoonni caalchisanii jaallatan gaafachuu barannee jirra. Haasaa kana caqasi:
Sian
Hi Phil. Where do you live?
Phil
I live near the hospital.
Sian
Is there a supermarket near here?
Phil
Yes, there is. It’s on London Road.
Sian
How can I get to the hotel?
Phil
Turn right, go straight on, turn left.
Sian
What’s your favourite place?
Phil
My favourite place is the park.
Caalii
Hangam yadatte? Mee battalee kana hojjachuun haa’ilaallu. Deebii sirrii ta’e dhagahuukeetiin dura, maal akka jettu itti yaaduuf yeroo qabda.
Caalii
Tole gaafii jalqabaa- Akkamiin ‘Eessa jiraatta?’ jettee gaafatta
Where do you live?
Caalii
Ammammoo ‘hospital’ ‘hospitaalatti dhihoon jiraadha’ jedhi.
I live near the hospital.
Caalii
Ammammoo ‘supermarket’ ‘Supparmaarkeetiin asitti dhihoo jiraa’ jedhii gaafadhu.
Is there a supermarket near here?
Caalii
Ammammoo ‘Eeyee, jira. Innis Landan Roodiirratti argama,’’ jedhi
Yes, there is. It’s on London Road.
Caalii
Amma ‘Akkamiinin ‘hotel’ gara hoteelaa dhaquu danda’aa? jedhii gaafadhu.
How can I get to the hotel?
Caalii
Amma ‘Gara mirgaatti gori’ jedhi.
Turn right.
Caalii
Amma ‘Gara fuulduraatti deemi’ jedhi.
Go straight on.
Caalii
Amma ‘Gara bitaatti gorii jedhi.
Turn left.
Caalii
Ammas ‘Bakki ati jaallattueessa?’ jedhii gaafadhu.
What’s your favourite place?
Caalii
Dhumarratti, “Bakkin jaalladhu bakka bashananaaf qophaa’eehda ‘park’ paarkiidha jedhi.
My favourite place is the park.
Caalii
Hubachuuf yoo sirakkise hin yaadda’iin; irradeebitee akka shaakaltuuf si gargaarra.
Egaa gaaleewwan Afaan Ingilizii ammas caqasiitii duuba irradeebi’i.
Insert
Hi Phil. Where do you live?
I live near the hospital.
Is there a supermarket near here?
Yes, there is. It’s on London Road.
How can I get to the hotel?
Turn right.
Go straight on.
Turn left.
What’s your favourite place?
My favourite place is the park.
Caalii
Misha- Tole, amma yeroo haasicha guutummaatti shaakalaniidha. Dubbattuu jalqabaatiif deebiikee kennuudhaan shaakali
Sian
Hi. Where do you live?
Is there a supermarket near here?
How can I get to the hotel?
What’s your favourite place?
Caalii
Baay’ee garii, deebii sirri laachuukee mirkaneeffachuuf guutummaa haasaa kanaa irra deebi’ii caqasi.
Sian
Hi Phil. Where do you live?
Phil
I live near the hospital.
Sian
Is there a supermarket near here?
Phil
Yes, there is. It’s on London Road.
Sian
How can I get to the hotel?
Phil
Turn right, go straight on, turn left.
Sian
What’s your favourite place?
Phil
My favourite place is the park.
Caalii
Hojii gaariidha! Amma namni tokko eessa akka jiraatu, bakkawwan itti dhihoo ta’aniif eessa akka ta’an, kallattiiwwaniifi bakkawwan itti tolanii akkamiin akka gaafattu ni beekta. Barnoota dabalataa ‘Essential English Conversation’ yeroo ittaanutti walitti deebina. Nagaatti! Bye!
Check what you’ve learned by choosing the correct answer to the question.
Gaafii gaafatameef deebii sirrii ta’e filachuun hanga yoonaatti maal akka baratte mirkaneeffadhu.
Where you live: Review
3 Questions
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Help
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Hint
Gaafii keessaa jechi tokko deebii keessatti irra deebi’ameeraQuestion 1 of 3
Help
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Hint
Deebiinsaa eeyee ykn lakkiidha.Question 2 of 3
Help
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Hint
Gaafii keessaa jechoonni lama deebii keessatti irradeebi’amaniiru.Question 3 of 3
Excellent! Great job! Bad luck! You scored:
Join us for our next episode of Essential English, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Kutaa barnootaa Afaan Ingilizii Barbaachisoo, kan qooqa daran faayida-qabeessa ta’an keessatti barannuufi daandeettiiwwan dhageettiikee ittiin shaakaltutti, yeroo itaanu walitti deebina.
Shaakala dabalataaf miseensa garee Feesbookii keenyaa ta’i!
Session Vocabulary
Where do you live?
Eessa jiraatta?I live near ______.
..…tti dhihoon jiraadha.Is there ______ near here?
……n as dhihoo jiraa?Yes, there is. It’s on ______.
Eeyee, jira. Inni..…irratti argama.How can I get to ______?
Akkamiiniin gara ….. dhaqaa?Turn right.
Mirgatti gori.Turn left.
Bitaatti gori.Go straight on.
Gara fuulduratti deemi.What’s your favourite place?
Bakki caalaatti jaalattu eessaa?My favourite place is ______.
Bakkin caalaatti jaaladhu….dha.