Unit 1: How do I...
Select a unit
- 1 How do I...
- 2 Unit 2
- 3 Unit 3
- 4 Unit 4
- 5 Unit 5
- 6 Unit 6
- 7 Unit 7
- 8 Unit 8
- 9 Unit 9
- 10 Unit 10
- 11 Unit 11
- 12 Unit 12
- 13 Unit 13
- 14 Unit 14
- 15 Unit 15
- 16 Unit 16
- 17 Unit 17
- 18 Unit 18
- 19 Unit 19
- 20 Unit 20
- 21 Unit 21
- 22 Unit 22
- 23 Unit 23
- 24 Unit 24
- 25 Unit 25
- 26 Unit 26
- 27 Unit 27
- 28 Unit 28
- 29 Unit 29
- 30 Unit 30
- 31 Unit 31
- 32 Unit 32
- 33 Unit 33
- 34 Unit 34
- 35 Unit 35
- 36 Unit 36
- 37 Unit 37
- 38 Unit 38
- 39 Unit 39
- 40 Unit 40
Session 15
Listen to find out how to give opinions.
Akkamitti yaadni akka kennamu hubachuuf caqasi.
Activity 1
How do I give opinions?
Namoonni yaadawwansaanii wayita kennan caqasiitii gaafiiwwan ittaanan deebisuu yaali.
How many people definitely would NOT sing karaoke?
Deebiikee mirkaneeffachuuf caqasi. Ittaansuudhaan barruu kanaa gad jiru waliin walbira qabii ilaali.

Caalii
Yooyyaa! Gara sagantaa barnootaa How do I… tti baga nagaan dhufte! An Caaliidha. Fiil na waliin jira.
Phil
Hello, everybody. Welcome!
Caalii
Kutaa kana keessatti, akkamitti yaada akka kenninu baranna. Namoonni wayita yaada dhuunfaasaanii kennaan caqasuudhaan haajalqabnu. Hubachuuf kan sirakkise yoo ta’es hin yaadda’iin, gara boodarraa sigargaara. Ammaaf caqasiitii, bakka kaariyookeetti ykn mata mataan dhaqanii bakka weellisanitti eenyu dhaqee akka weellisu malu qalbeefadhu.
What do you think about karaoke?
• I think (that) it’s awful.
• Personally, I love it.
• In my opinion, it’s fine.
Caalii
Ati maal yaadda? Dubbataan lammaffaa bakka kaariyookeetti kan weellisu natti fakkaata? Egaa Fiil, qooqa yaadaawwan kennuuf fayyadamnu haa ilaalluu?
Phil
Yes, good idea!
Caalii
Jalqaba waa’ee yaada nama tokkoo baruuf gaafii gaafatamu haa ilaallu. Kana gaafachuuf ‘what do you think about...?’ Jennee yaada gaaffachuu barbaannu itti daballee dubbanna.
Phil
Yes, and the first person asked about karaoke. Listen and repeat after me:
What do you think about karaoke?
Caalii
Ittaansuun, yaada nama jalqabaa dhageenye. Namni hundi yaadasaa eeruuf gaalee addaa ta’een eegala. Namni jalqabaa ‘I think’ jechuun eegale.
Phil
Yes, we can say ‘I think’ or ‘I think that’ – both are correct.
Caalii
Ittaansuuun dubbataan jalqabaa ‘it’s awful’ kun badaadha jedhe. Gaalee kana wayita wanti tokko haalaan gadheedha jennee yaannu fayyadamna.
Phil
That’s right, let’s practise the first sentence to give an opinion. Listen and repeat:
I think it’s awful.
Caalii
Namni lammaffanis akkasuma yaada daran cimaa ta’e qaba. Yaadasaa ibsachuuf maal akka jedhe yaadattaa? Yaadichi ‘personal’ moo ‘personally’ turee?
Personally, I love it.
Phil
It was ‘personally’.
Caalii
Eeyee kun yaada dhunfaakooti jechuuf ‘akka dhuunfaatti’ jenna. Namni kunis haala gaariin yaada daran jabaa ta’e dubbate. ‘I love it’ nan jaaladha jedhe; kana jechuun qabatamaatti waantokko ni jaalata jechuudha.
Phil
That’s right, let’s practise the second sentence to give an opinion. Listen and repeat:
Personally, I love it.
Caalii
Ammammoo, namni sadaffaa akkamitti yaadasaa ibsee? ‘My opinion’ moo ‘in my opinion’ jedhee turee?
In my opinion, it’s fine.
Phil
It was ‘in my opinion’.
Caalii
Eeyee, ‘my opinion’ yaadakoo dura ‘in’ galchuun dubbachuun baay’ee barbaachisaadha. Namni kun ‘it’s fine’ jedhe; gabaabumatti kana jechuun wanti tokko fudhatamadha jechuudha.
Phil
We can say ‘it’s fine’ when something is OK. Let’s practise the third sentence to state our opinion. Listen and repeat after me:
In my opinion, it’s fine.
Great, now it’s time for some practice!
Caalii
Tole, Fiil wayita gaafii si gaafatu caqasiitii, wanti tokko haalaan badaa ta’uusaa akka yaadde dubbachuu yaali. Gaalee jalqabsiisaa ‘I think’ fayyadamuun yaadakee himi. Sana booda deebiikee kan Fiil dubbate wajjin walbira qabii ilaali.
Phil
What do you think about hot weather?
I think it’s awful.
Caalii
Did you say the same? Yeroo kanattimmoo wanti tokko ‘OK’ gaariidha jechuudhaan gaafii Fiil gaafatuuf deebii kenni. Gaalee jalqabsiisaa ‘in my opinion’ fayyadamuudhaan yaadakee himi. Sana booda deebiikee kan Fiil dubbate wajjin walbira qabii ilaali.
Phil
What do you think about studying English online?
In my opinion, it’s fine.
Caalii
Baay’ee gaarii! Haalawwan sadii yaadakee ittiin ibsuu dandeessu baratteetta. Caalaatti shaakaluuf marsariitii keenya mil’adhu. What do you think of our website, Phil?
Phil
Personally, I love it.
Caalii
I love it, too. Thank you, and see you again for another episode of How do I...
Phil
Goodbye!
Learn more!
1. Yaada nama tokkoo akkamittin gaafadha?
'What do you think about…?' jechuudhaan mataduree gaafiikeetii itti dabaluu dandeessa. Kanaaf akka kanaa gadiitti gaafachuu dandeenya:
- What do you think about the new design?
- What do you think about this website?
2. Yaadawwan eeruuf gaaleewwan maalii fayyadamuu dandeenya?
Yaada keenya eeruuf gaaleewwan saddi baranne: 'I think', 'personally' fi 'in my opinion'. Hundisaanii hiikaan kan walfakkaatu akkasumas yaada dhuunfaa nama tokkoo eeruuf fayyadu.
- I think it's fine.
- Personally, I love it.
- In my opinion, it's awful.
3. Yaadawwan keenya akkamitti kennina?
Yaada kennuudhaaf 'it's' eega jennee booda maq-ibsa itti daballa. Fakkeenyaaf:
- It's fine.
- It's awful.
- It's great.
Yaadawwan kennuuf gochawwan garagaraallee fayyadamuu danddeenya:
- I love it.
- I like it.
- I hate it.
Yaadawwan akkamittan kenna?
4 Questions
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Help
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Hint
Gaafii kana keessatti gochi muummee/bu’uraa ni jijjiiramaa?Question 1 of 4
Help
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Hint
Raawwataafi gochi asitti walqabachu qabu.Question 2 of 4
Help
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Hint
Bifa jecha kanaa jijjiiruun hiikasaa jijjiira.Question 3 of 4
Help
Activity
Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.
Hint
Yaada eenyuu akka ta’e fi jechoota meeqa akka nu barbaachisu itti yaadi.Question 4 of 4
Excellent! Great job! Bad luck! You scored:
Tell us what you think about learning English on our Facebook group!
Waa’ee Afaan Ingilizii barachuu maal akka yaaddu garee Feesbookii keenyaa keessatti nutti himi.
Join us for our next episode of How do I…, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Qooqa daran faayida-qabeessa ta’an dabalataa kan keessatti barannuufi dandeettiiwwan caqasuukee ittiin shaakaltu sagantaa keenya ‘How to… ‘n yeroo ittaanu walitti deebina.
Session Vocabulary
Karaoke
Bakka mata mataan dhaqanii itti weelisanawful
gadhee/badaalove
jaalala/jaalachuufine
gaariiopinion
yaadapersonally
akka dhuunfaatti