Unit 1: Essential English Conversation
Select a unit
- 1 Essential English Conversation
- 2 Unit 2
- 3 Unit 3
- 4 Unit 4
- 5 Unit 5
- 6 Unit 6
- 7 Unit 7
- 8 Unit 8
- 9 Unit 9
- 10 Unit 10
- 11 Unit 11
- 12 Unit 12
- 13 Unit 13
- 14 Unit 14
- 15 Unit 15
- 16 Unit 16
- 17 Unit 17
- 18 Unit 18
- 19 Unit 19
- 20 Unit 20
- 21 Unit 21
- 22 Unit 22
- 23 Unit 23
- 24 Unit 24
- 25 Unit 25
- 26 Unit 26
- 27 Unit 27
- 28 Unit 28
- 29 Unit 29
- 30 Unit 30
- 31 Unit 31
- 32 Unit 32
- 33 Unit 33
- 34 Unit 34
- 35 Unit 35
- 36 Unit 36
- 37 Unit 37
- 38 Unit 38
- 39 Unit 39
- 40 Unit 40
Session 40
Listen to find out how to use what we have learned in the last four lessons.
Wanta sagantaalee afran darban keessatti baratte akkamitti akka fayyadamtu hubachuuf caqasi.
Session 40 score
0 / 3
- 0 / 3Activity 1
Activity 1
Review: Free Time Activities
Listen to find out how to use what we have learned in the last four lessons.
Waantoota qophiilee afran darban keessatti baratte akkamitti akka fayyadamtu hubachuuf caqasi.
Listen to the audio and take the quiz. Sagalee kana caqasitii battalicha hojjedhu.

Caalii
Yooyyaa! Barataan Afaan Ingilizii kamiyyuu isa malee baruu kan hindandeenye qooqa barbaachisoo kan isiniif dhiheessu gara Essential English Conversation'tti baga nagaan dhufte. Ani Caaliidha. Kutaa har'aa keessatti yeroowwan qoomnii qabnuutti maal akka hojjeennu gaaleewwan ijoo ittiin ibsinu ilaalla.
Jalqaba, haasawa kutaalee afran darban keessatti baranne haacaqasnu.
Phil: Do you play football?
Sian: Yes, I do.
Phil: How often do you play football?
Sian: I play football once a month.
Phil: Do you have any hobbies?
Sian: Yes, I like watching movies.
Phil: What do you do in your spare time?
Sian: I paint pictures in my garden. What about you?
Phil: I like jogging by the river.
Caalii
Amma haasawichaarra sarara sararaan jechuun haashaakallu. Namoonni hojjii wayii yoo hojjatan beekuuf akkatti gaafatamu yaadachuu dandeessaa? Bakka sagaleen dhabbatutti aansuun Afaan Ingiliziitiin dubbadhuutii isa booda deebii kennamu caqasuun waan jette mirkaneeffadhu.
Do you play football?
Caalii
Ittaansuun, 'Eeyee, nan taphadha' jedhi.
Yes, I do.
Caalii
Ittaansuun, 'Yeroo hagam hagamitti kubbaa miilaa taphattaa' jette gaafachuu yaali.
How often do you play football?
Caalii
Ittaansuun, 'An kubbaa miilaa ji’atti al-tokkon taphadha' jedhi.
I play football once a month.
Caalii
Misha! Ittaansuun, 'Hojii yeroo boqonnaa hojjechuu jaallattu 'hobbies' wayi qabdaa?' jechuu yaali.
Do you have any hobbies?
Caalii
Ittaansuun, 'Eeyee, fiilmii daawwachuun jaaladha' jechuu dandeessaa?
Yes, I like watching movies.
Caalii
Ammammoo, 'Yeroo hojirra bilisa taatutti maal hojjattaa?' jechuu yaali.
What do you do in your spare time?
Caalii
Misha! Ittaansuun,'Qe'eekoo keessatta n'fakkiiwwan hojjadha' jechuu dandeessaa?
I paint pictures in my garden.
Caalii
Ittaansuun, 'Atihoo?' jedhii gaafadhu.
What about you?
Caalii
Dhumarratti, 'Qarqara lagaan fiiguu jaaladha' jechuu dandeessaa?
I like jogging by the river.
Caalii
Baay'ee gaarii. Ammammoo haasawicha sarara sararaan caqasnee dubbachuu haashaakallu.
Do you play football?
Yes, I do.
How often do you play football?
I play football once a month.
Do you have any hobbies?
Yes, I like watching movies.
What do you do in your spare time?
I paint pictures in my garden.
What about you?
I like jogging by the river.
Caalii
Misha! Tole, amma yeroon kan gaafii gaafachuun itti shaakalluudha. Haasawicha Fiil waliin shakaluun gaafiiwwansaa deebisi.
Phil: Do you play football?
Phil: How often do you play football?
Phil: Do you have any hobbies?
Phil: What do you do in your spare time?
Caalii
Dansa, ammammoo deebiikee mirkaneeffachuuf haasawicha guutummaatti caqasi.
Phil: Do you play football?
Sian: Yes, I do.
Phil: How often do you play football?
Sian: I play football once a month.
Phil: Do you have any hobbies?
Sian: Yes, I like watching movies.
Phil: What do you do in your spare time?
Sian: I paint pictures in my garden. What about you?
Phil: I like jogging by the river.
Caalii
Hojii gaarii! Amma, namoonni yeroo hojiirraa bilisa ta'anitti maal akka hojjetaniifi hojii tokko hagam hagamitti akka hojjetan akkaata itti gaaffatu ni beekta. Barnoota Essential English Conversation dabalataan yeroo ittaanu walitti deebina. Bye!
Check what you've learned by choosing the correct answer to the question.
Gaafiidhaaf deebii sirrii ta'e filuudhaan waan hanga ammaatti baratte mirkaneeffadhu.
Irradedeebii: Hojiiwwan yeroo hojii hinqabne (yeroo bilisaa) hojjetaman
3 Questions
Deebii sirrii ta’e fili.
Choose the correct answer.
Help
Activity
Deebii sirrii ta’e fili.
Choose the correct answer.
Hint
Wanti tokko yeroo hagam hagamittii akka raawwatamu baruuf yoo gaafannu, yeroo mara jecha kana waliin ‘how’ fayyyadamna.Question 1 of 3
Help
Activity
Deebii sirrii ta’e fili.
Choose the correct answer.
Hint
Jechi kun ‘Ji’a keessatti yeroo tokko’ jechuudha.Question 2 of 3
Help
Activity
Deebii sirrii ta’e fili.
Choose the correct answer.
Hint
Jechi kun bilisaa jechuu waliin kan walfakkaatuudha.Question 3 of 3
Excellent! Great job! Bad luck! You scored:
Join us for our next episode of Essential English, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Kutaa barnootaa Afaan Ingilizii Barbaachisoo kan qooqa daran faayida-qabeessa ta'an keessatti barannuufi daandeettiiwwan dhageettiikee ittiin shaakaltutti yeroo itaanu walitti deebina.
Shaakala dabalataaf miseensa garee Feesbookii keenyaa ta'i!
Session Vocabulary
Do you play football?
Kubbaa miilaa taphattaa?Yes, I do.
Eeyee, nan taphadha.How often do you play football?
Yeroo hagam hangamiitti kubbaa miilaa taphattaa?I play football once a month.
Ani kubbaa miilaa ji’atti al-tokkon taphadha.Do you have any hobbies?
Yeroo hojii hinqabaannetti waan hojjechuun si gammachiisu (hobbies) wayi qabdaa?Yes, I like watching movies.
Eeyee, fiilmii ilaaluun jaaladha.What do you do in your spare time?
Yeroo bilisaakeetti maal hojjetta?I paint pictures in my garden.
Qe'ee keessattann fakkiiwwan kaasa.What about you?
Atihoo?I like jogging by the river.
Ani qarqara lagaa fiiguun jaaladha.