บทเรียนย่อย 33

You don’t have to be macho to be male.
In today’s episode we will be discussing male primary school teachers.

Dhiira ta’uuf qama cimina dhiirummaa qabaachuun sirra hinjiru.
Kutaa har’aa keessatti waa’ee barsiisota dhiiraa mana barnootaa sadarkaa tokkoffaa mari’anna.

 

บทเรียนย่อยในบทเรียนนี้

คะแนนจากบทเรียนย่อย 33

0 / 4

  • 0 / 4
    แบบฝึกหัด 1

แบบฝึกหัด 1

You don’t have to be macho to be male

Look at the Session Vocabulary – make sure you know what these words and phrases mean:

  • to consider something
  • a perception
  • macho

Quiz

According to The Organisation for Co-operation and Development, in which of the following countries are primary school teachers almost 50% male?

a) Greece
b) Mexico
c) Saudi Arabia

Listen to the discussion and find out the answer.

Listen to the audio and take the quiz.

แสดงเนื้อหาบทบันทึกเสียง ซ่อนเนื้อหาบทบันทึกเสียง

Caalii
Yooyyaa! Gara English Together kan mata duree tibbanaa irratti mari’annuufi qooqa ittiin dubbachuuf si barbaachisu siif qoodnutti baga nagaan dhufte. Ani Caaliidha. Akkasumas Saamiifi Fiil nagaa isin gaafatu.

Sam
Hi, I’m Sam.

Phil
And I’m Phil. Hello everyone!

Caalii
Sagantaa har’aa keessatti, barsiisota dhiiraa mana barnootaa sadarkaa tokkoffaa Landonitti argamu keessa jiraniifi ijoolee umurii waggaa shanii gad barsiisuurratti boba’an keessa %2 qofti dhiira ta’anii ilaalla. Kun waa’ee barsiisotaa sadarkaa tokkoffaa addunyaarra jiran akka yaannu nu taasise. Gaafiin keenya har’aa, The Organisation for Co-operation and Development – irraa fudhatame kun: biyyoota kanneen keessaa kamtu manneen barnootaa sadarkaa tokkoffaa keessatti tilmaamaan barsiisota dhiiraa hanga %50 qaba?

a)    Giriikii
b)    Meeksikoo
c)    Sa’udii Arabiyaa

Phil
I think I know the answer to that one…

Caalii
Yes, we’ll give you the answer later in the programme. Amma, gaaf-deebii BBC World Service barsiisaa dhiiraa mana barnootaa sadarkaa tokkoffaa waliin taasise haacaqasnu.

Journalist
So what do you think it is that puts men off from coming into the profession in the first place?

Jamal
The thing about a lot of men is, yeah, a lot of them haven’t tapped into that side of their personality yet. But, I think that, what will draw people to the profession is if they had more knowledge about the profession. They will understand that, uhm, they will get to see the benefits that it will have having a balanced workforce, you know… It breaks down the whole ‘you have to be macho to be a male’ thing, you know. Basically, we’re positive role-models for them, you know, and we show them a whole different side of this ‘being a male’ thing.

Sam
Wow, really interesting! I thought he made some really good points about what puts men off thinking about being a primary school teacher.

Caalii
Eeyee, barsisonni gara barsiisummaa sadarkaa tokkoffaatti dhufuuf sadarkaa jalqabaarraati ‘in the first place’ wayita yaadan maaltu akka fedha isaan dhabsiisu ‘puts them off’ irratti gaafiiwwan gaazexeessa wayita deebise.

Phil
Knowing that it involves working with children is enough to put me off!

Sam
You’d be better than you think, Phil. You have sides of your personality that are more fun and playful and silly... You would just need to tap into them!

Caalii
‘To tap into something’ jechuun waan qaban tokko hubatanii hojiirra oolchuu yaalu. Yes, I have seen you tap into those sides of your personality here in the studio sometimes, Phil.

Phil

What about you, Sam? Were you ever drawn to being a primary school teacher?

Caalii
‘To draw someone to something’ jechuun namni tokko gara waan tokkootti fehdii akka godhatu taasisuu ykn hawwachuu.

Sam
No, never. I think if we want to draw more people to primary school teaching – male or female – we need to have more respect for the profession.

Caalii
Maybe some people don’t respect primary school teachers because the ‘perception’ is ‘hubannoon jiru’ they spend all day playing with children?

Phil
But they do a lot more than that. Like the teacher was saying earlier – having more male primary school teachers would help break down these incorrect perceptions.

Caalii
Maybe, yes. ‘To break something down’ jechuun waantokkof falla furmaata itti kennuu.

Sam
And some countries have obviously been successful in breaking these ideas down. I’m curious – what was the answer to the quiz you asked us earlier?

Caalii
Tole, gaafiin armaan dura si gaafadhe - Biyyoota kanneen keessaa kamtu manneen barnootaa sadarkaa tokkoffaa keessatti tilmaamaan barsiisota dhiiraa hanga %50 qabaa? kan jedhu ture.

a)    Giriikii
b)    Meeksikoo
c)    Sa’udii Arabiyaa

Deebiin sirriin c) Sa’udi Arabiyaadha.

Phil
That’s what I thought.

Sam
Right again, Phil!

Caalii
Egaa torban kanaaf nagaa otoo sitti hindhaamiin dura, jechoota har’a irratti dubbachaa turre haa’ilaallu – hundisaanii ‘phrasal verbs’, gochawwan jechoota tokkoo olirraa uumamaniidha: ‘to put someone off from doing something’ nama tokko waantokko hojjachuurraa fedhii dhabsiisuu, ‘to tap into something’ waan qaban tokko hubatanii hojiirra oolchuu, ‘to draw someone to’ nama tokko gara waan tokkootti fehdii akka godhatu taasisuu ykn hawwachuu, akkasumas ‘to break something down’ waantokkof falla furmaata itti kennu.

Turtii waliin qabaanneef galatoomi; barnoota dabalataa English Together n torban ittaanu walitti deebina.

Meaning & Use

put someone off from doing something (phrasal verb)

If someone or something puts you off from doing something, it means that you are discouraged from doing it. We often use this phrase to talk about something unpleasant that makes us not want to do something.
My bad experience with my manager has really put me off working in retail.
Knowing that teaching involves working with children is enough to put me off!
After eating fish on holiday I was very ill. I've been put off seafood ever since.

tap into something (phrasal verb)

When you tap into something, you manage to use something in a way that brings you positive results.

Working with children has really helped me tap into my creativity.
If we could tap into that kind of energy, we're sure to win the championship.
You have sides of your personality that are fun and playful. You just need to tap into them!

draw someone to (phrasal verb)

If someone is drawn to something, it means they are attracted to it. We often use this phrase to talk about the reasons why we do something.

Some people think we need to draw more people to primary school teaching.
I think he was always drawn to travelling – he loves new experiences.

break something down (phrasal verb)

When you break something down, you challenge it or show it to be wrong. We often use it to talk about prejudices and stereotypes that we think are unfair.

Having more male primary school teachers would help break down these negative perceptions.
We need to break down the idea that people are more important just because they have a lot of money.
It breaks down the whole 'you have to be macho to be a male' thing.

Check what you’ve learned by selecting the correct answer for the question.
Gaafichaaf deebii sirrii ta’e filuun waan hanga ammaatti baratte mirkaneeffadhu.

You don’t have to be macho to be male

4 Questions

Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.

ยินดีด้วยคุณทำแบบฝึกหัดเสร็จแล้ว
Excellent! เยี่ยม! แย่หน่อย! คุณทำคะแนนได้:
x / y

Over to you!

What do people in your country think about the role of a primary school teacher? Are there many male teachers where you live? Would you like to be a teacher? Tell us on our Facebook group.

Join us for our next episode of English Together when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Engilish Together kan qooqa barbaachisoo keessatti barattuufi dandeettii waa caqasuukee itti shaakaltu, sagantaa keenya ittaanuun walitti haadeebinu.

Session Vocabulary

  • to put someone off from doing something
    nama tokko waantokko hojjachuurraa fedha dhabsiisuu

    to tap into something
    waan qaban tokko hubatanii hojiirra oolchuu yaalu

    to draw someone to something 
    namni tokko waan tokkootti fehdii akka godhatu taasisuu

    to break something down 
    waantokkof falla furmaata itti kennuu

    in the first place 
    sadarkaa jalqabaatti

    to consider something 
    waantokkoof iddoo kennuu ykn yaada keessa galchuu

    a perception 
    yaada

    macho
    amala ykn haala dhiirummaa agarsiisu

    a profession
    ogummaa