Сеанс работы 2

Listen to find out how to talk about where you come from.
Eessarraa akka dhufte akkaataa ittiin dubbattu hubachuuf caqasi.

Сеансы работы в этом уроке

0 / 3

  • 0 / 3
    Упражнение 1

Упражнение 1

Where are you from?

Listen to find out how to talk about where you come from.
Eessarraa akka dhufte akkaataa ittiin dubbattu hubachuuf caqasi.

Listen to the audio and take the quiz. Sagalee caqasiitii qormaata fudhadhu.

Показать текст Скрыть текст

Ammayyuu
Akkam jirta. Barataan Afaan Ingilizii kamiyyuu isa malee baruu kan hindandeenye qooqa barbaachisoo kan siif dhiheessu, gara Essential English Conversation baga nagaan dhufte. Ani Ammayyuudha. Kutaa kana keessatti, eessarraa akka dhufte akkaataa itti dubbattu ni baratta.

Namoonni lama eessarraa akka dhufan akkaataa itti walgaafatan caqasi.

Lauren
Hi David, where are you from?

David
I’m from London. How about you?

Lauren
I’m from Manchester.

Ammayyuu
Yoo hubachuuf si rakkise, hinyaadda’iin; shaakaluuf akka sigargaaru haasawicha addaan qoodna.

Dubartiin jalqabaa ‘Where are you from?’ ‘Eessarraa dhufte?’ jettee gaafatte. Gaalicha caqasiiti irra deebi’i.

Where are you from?

Ammayyuu
Namni inni lammaffaa, ‘I’m from London.’ ‘Ani Landanirraati’ jedhe. Atis ‘I’m from…’ ‘Ani bakka akkasirraati… jechuun bakka irraa dhufte itti dabali. Kana biyyootaaf, naannooleef, magaalaawwaniif akkasumas magaalaa xiqqoof fayyadamuu dandeessa. Gaalicha caqasiiti irra deebi’i.

I’m from London.

Ammayyuu
Ittaansuun gaaffii walfakkaataa dubartii jalqabaa san gaafate. Namni kan biraa gaaffii walfakkaataaf deebii akka siif kennu yoo barbaadde, ‘How about you?’ ‘Atihoo?’ jechuu dandeessa. Haala walfakkaatuun gaaffiidhuma sana ‘And you?’ ‘Atoo?’ jechuun gaafachuunis danda’ama. Gaalicha caqasiiti irra deebi’i.

How about you?

And you?

Ammayyuu
Kan jalqaba dubbatte Maanchistarirraati. Kanaaf ‘I’m from Manchester.’ ‘Ani Maanchistarirraati’ jette. Gaalicha caqasiiti irra deebi’i.

I’m from Manchester.

Ammayyuu
Gaariidha - ammammoo, namoonni garaa garaa eessaa akka dhufan wayita walgaafatan, isa ati jette waliin walbira qabii mirkaneessi.

Hi Mark, where are you from?

I’m from Liverpool. How about you?

I’m from Birmingham.

Hi Claire, where are you from?

I’m from London. And you?

I’m from Brighton.

Ammayyuu
Tole, kana irra deebinee haayaallu. Himoota Afaan Ingilizii caqasiiti irra deebi’i.

Hi David, where are you from?

I’m from London.

How about you?

I’m from Manchester.

Hi David, where are you from?

I’m from London.

How about you?

I’m from Manchester.

Ammayyuu
Gaariidha! Hangam Afaan Ingilizii akka yaadattu haa ilaallu. Himoota Afaan Oromootiin caqasiiti Afaan Ingiliziitiin maal akka ta’an dubbadhu.

Hayyee Deevid, ati eessarraati?
Hi David, where are you from?

Ani Landanirraan dhufe.
I’m from London.

Atihoo?
How about you?

Ani Maanchistarirraati.
I’m from Manchester.

Ammayyuu
Gaariidha, amma haasawa guutuu dabalii caqasi.

Lauren
Hi David, where are you from?

David
I’m from London. How about you?

Lauren
I’m from Manchester.

Ammayyuu
Dansa! Amma eessarraa akka taateefi namoonni biroos eessarraa akka ta’an Afaan Ingiliziitiin gaafachuu dandeessa. Hanga ammaatti waan baratte yaadadhuuti shaakali. Hiriyyaa barbaadiitii Afaan Ingiliziitiin eessarraa akka ta’e gaafachuudhaan shaakali. Qophiiwwan Essential English Conversation dabalataaf yeroo ittaanu walitti deebina. Nagaatti!

Check what you’ve learned by choosing the correct answer to the question.
Deebiiwwani sirrii filachuun waan baratte hubadhu.

Where are you from?

3 Questions

Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e filadhu.

Поздравления
Excellent! Отлично! Bad luck! Вы набрали:
x / y

Join us for our next episode of Essential English, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Barnoota Essential English ittaanu kan dandeettii caqasuukee ittiin shaakaltuufi qooqa barbaachisoo barannutti walitti deebina.

Shaakala dabalataaf miseensa garee Feesbookii keenyaa ta’i!

 

 

Сеанс работы над лексикой

  • Where are you from?
    Ati eessarraati?

    I’m from _______.
    Ani ….rraati.

    I’m from the _______.
    Ani …irraan dhufe.

    How about you?
    Atihoo?

    city
    magaalaa

    countryside
    baadiyyaa

    coast
    qarqara galaanaa

    mountains
    gaarawwan