ਸੈਸ਼ਨ 9

Listen to find out how to use an everyday English expression.
Jechoota Afaan Ingilizii guyyuu of ibsuuf nu fayyadu akkaataa itti fayyadamnu hubachuuf caqasi.

Sessions in this unit

Session 9 score

0 / 3

  • 0 / 3
    ਕਿਰਿਆ/ਕੰਮ 1

ਕਿਰਿਆ/ਕੰਮ 1

Go the extra mile

Look at the Session Vocabulary – make sure you know what these words mean:

  • to get a lift
  • to save money
  • to break down

Listen to Feifei and Finn talking in Feifei's car. As you listen, think about these questions:

1. Is Feifei's car new or old?

2. Why does Finn tell Feifei that she needs to stop spending so much money?

Listen to find out the answers. Then check them on the transcript below.

Show transcript Hide transcript

Ammayyuu
Yooyyaa, qophii jechoota Afaan Inglizii keessaatti of ibsuuf si fayyadan English Expressions akkasumas haara ta’n akka bartuuf si gargaarutti baga nagana dhufte.

Har’a, Afaan Inglizii keessattii of ibsuuf kan si fayyadu ‘go the extra mile’ ‘maayilii dabalataa deemuu’ jedhu ni barana. Maal jechuudha jette yaada? Wal’aaltee? Tole ittifufii caqasi.

Fiifiin konkolaataashiitii Finn gara hojiitti geessuutti jirti. Mee waan isaan walitti haasa’an caqasnee haa hubbannu.

Finn
Thank you for the lift to work today, Feifei.

Feifei
It's a pleasure, Finn. But my car has got a few problems. Sometimes it makes funny noises. And I even had to call a mechanic a few times.

Finn
Yeah, it looks like quite an old car.

Feifei
Yes, it is. I'm saving money to buy a new one.

Finn
Well, maybe Feifei you should give up eating in expensive restaurants every week, and all those expensive holidays...

Ammayyuu
Fifiin konkolaataa haaraa bituu akka feetu Finitti himte. Sababiin isaa konkolaataanshii dulloomuusaarraa kanka’e yeroo heddu ogeessa/mekaanikiitti bilbiluutu irra ture. Maallaqashii qusachuuf yaalaa jirti. Haata’uutii Fnin waantota muraasa dhiisu akka qabdu itti himaa jira. Maal akka ta’an dhageessee? Eeyee, wa’ee mana nyaataa gatii mi’aafi ayyaana gati olaanaa ishee baasisan akka dhiiftuudha. Feeyfeeyn waa’ee waantoota kanneen dhaabu waan isheen jettu haa dhageenu.

Feifei
But I love my holidays! And the good food, the designer clothes…

Finn
Yes, but if you want to save money you have to go the extra mile.

Feifei
The extra mile? I don't think this old car would survive even one more mile!

Finn
I don't mean go the extra mile in the car. I mean go the extra mile when saving money.

Feifei
How do you mean?

Finn
In English, when you tell someone to 'go the extra mile', you're telling them to make more effort than usual to achieve their objectives.

Ammayyuu
Fiifiin hatattamaan maallaqa qusachuu yoo feete, ‘go the extra mile’ jechuun Finn itti dubbate ‘go’ jechuun deemuudha, ‘extra’ jechuun dabalata, akkasumas ‘mile’ jechuun maayiliidha. Waan fageenya ibsuuf iti fayyadamanii. Kana jechuun waan barbaadu argachuuf ykn kaayyookee galmaan gahuuf waan dura gooturraa carraaqqi dabalata taasisuu jechuudha. Jechi ijoon tari ‘perhaps’ kan jedhu ta’u mala sababiinsaa faggeenya idilee ademamaa turerraa daran faggeenya dabalata deemu jechuudha. Kanaafu fageenya yeroo hundumaa deemturraa faggeenya dabalataa deemta. Waan baran caalaa yoo imalan bakka kaayyefatan dafanii gahu. Fakkeenyawwan muraasa haa caqasnu.

Examples
If you want to succeed in business, you have to work harder than your competitors. You've got to go the extra mile.

Mary left university without a diploma. She spent all her time partying with her friends. She didn't go the extra mile and study harder.

Even though Robert hadn’t been working at the company for very long, he got the promotion because he always went the extra mile.

Feifei
Now I get it. I have to be prepared to give up things I like – to go the extra mile – to save money to buy a new car.

Finn
Yes.

(The car stops)

Feifei
Oh no! Not again!

Finn
Why have you stopped?

Feifei
Well, this car has broken down again! I'll have to ring the mechanic.

Finn
I'm sorry about that, Feifei. I don't think this car will go any more miles, but I have a feeling you will if you kiss goodbye to the expensive dresses…

Feifei
Oh… goodbye… Oh Finn, my beautiful dresses and the cool gadgets…

Finn
Oh, the cool gadgets. Yes, those too.

Feifei
And no more fun weekends in Paris or expensive seats in the theatre…

Finn
No more real gold jewellery.

Feifei
I'm so sad.

Ammayyuu
Dansa, maayilii badalataa deemuu jechuun eegaa Fiifiin kan jaallatu akka dhiiftu kan ishee dirqu fakkaata. Uffannaa gatii mi’aa, maashinaa babbareedoofi bashannana sanbattanii paarisitti dabarsitu utuu hinjaalatin hafu qabu. Sababni isaas maalaqa qusachuuf ‘go the extra mile’ gochuu qabdi. Jechoota Afaan Ingliziin of ibsuuf si fayyadan English Expressions dabalataaf yeroo itti aanu walitti deebina.

Answers:

1. Old, it has had many mechanical problems.

2. Because she needs to save money to buy a new car.

How do I use it?

'Go' in 'go the extra mile' is an irregular verb. The past simple form is 'went' and the past participle is 'gone'.
In this phrase, we always use the article 'the' before the noun phrase 'extra mile'.
Also, if you want to explain why someone 'is going the extra mile', you can use 'for' after the expression and before a noun (eg. a promotion, a good mark in school, a prize) or 'to' before a verb phrase (eg. to get a promotion, to receive a good mark in school, to win a prize).
Look at these examples:

Susan is a very good teacher! She always goes the extra mile for her students.

Peter really went the extra mile for his clients. They all loved working with him, and always came back to do business with his company.

Congratulations, Mark, on winning the new contract! You've gone the extra mile to beat all the competition. Well done!

Go the extra mile

3 Questions

Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.

ਵਧਾਈ ਹੋਵੇ ਤੁਸੀਂ ਕੁਇਜ਼ ਪੂਰਾ ਕਰ ਲਿਆ
Excellent! Great job! Bad luck! ਤੁਹਾਡੇ ਵੱਲੋਂ ਹਾਸਲ ਕੀਤੇ ਗਏ ਅੰਕ:
x / y

Over to you!

Have you ever ‘gone the extra mile’ for something? What was the situation? What happened? Come and tell us on our Facebook group.

Join us for our next episode of English Expressions, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Barnoota English Expressions ittaanu kan dandeettii caqasuukee ittiin shaakaltuufi qooqa barbaachisoo barannutti walitti deebina.

Session Vocabulary

  • to get a lift
    nama konkolaataan nama gaggeessu argachuu

    a mechanic
    makaanikii

    to save money
    maallaqa qusachuu

    a mile
    maayilii

    to break down
    adda hiruu