Lição 18

Plastic Bottle Panic!
In today’s episode we are talking about the issues surrounding bottled drinks and the environment.

Sodaa Qaruuraa Pilaastikii
Kutaa har’aa keessatti waa’ee dhimmoota dhugaatiiwwan qaruuraadhaan qophaa’aniifi haala naannoorratti dubbana.

Pontos alcançados nesta lição

0 / 4

  • 0 / 4
    Atividade 1

Atividade 1

Plastic bottle panic

Look at the Session Vocabulary – make sure you know what these words mean:

  • degradable
  • fizzy drinks
  • recycle

Quiz

How many plastic water bottles are thrown away daily in the U.S.A.?

a) 10 million
b) 20 million
c) 60 million

Listen to the discussion and find out the answer.

Listen to find the answers. Then check them on the transcript below.

Mostre a transcrição Oculte a transcrição

Caalii
Yooyyaa! Gara 'English Together' Afaan Inglizii waliwajjin kan mata duree tibbanaa irratti mari'annuu fi qooqa dubbachuun si barbaachisan si qoodnutti baga nagana dhufte. Ani Caalii dha, akkasumas Saam fi Fiilii naa waliin argamu

Sam
Hello, I'm Sam.

Phil 
Hi, I'm Phil.

Caalii
Kutaa har'aa keessatti waa'ee mata duree ammee xiyyeeffannoo olaanaa argataa jiruu tokkoo dubbanna – omishaafi akkaataa gatuu qaruuraawwan plaastikaa. Gaafiin har'aa kunooti: Akka dhaabbanni mit-mootummaa biyya Ameerikaa, Container Recycling Institute jedhutti, qaruuraawwan pilaastikii tajaajila bishaaiif oolan meeqatu biyya Ameerikaatt guyyuun gatama?

a)    Miliyoona 10

b)    Miliyoona 20

c)    Miliyoona 60

Deebiisaa sagantaa gara boodaa keessatti stti himna.

Sam
Well, almost every shop in the UK sells cheap, bottled water. People drink a lot of it. Water is also much cheaper than sugared drinks, so many people think this is a good way of helping to stop obesity.

Caalii
Yes, 'obesity' jechuun furdina hammaan oliiti. And sugar can certainly cause obesity… but we still have a lot of bottles!  Haata'uutii mee waan sagantaan BBC dhimma tibbanaa  You and Yours, jedhamuuu keessaa fudhatameefi kan walitti dhufeenya dhugaatiwwaan qaruuraan qophaa'anii , fayyaa fi naannoo gidduu jirurratti mari'atu waliin haa caqasnu.

News Insert
Well this is a perfect illustration of the range of bottled water you can buy these days. I'm in a medium-sized supermarket and I've just counted twenty-two different brands of bottled water on the shelves in front of me; that's not including the supermarket's own brand and it's not including the various flavoured waters you can find. Supporters say the rise of bottled water is good for the economy and has manifest health benefits over sugared drinks, which have been blamed for the obesity epidemic. But environmentalists say it's wasteful, and that most plastic bottles are never recycled.

Sam
It sounds like we might not think enough about the consequences of the bottles we use.

Caalii
I agree, Sam. 'Consequences' jechuun rakkowwan boodarra dhufan. You can see a lot of these consequences here. Fakkeenyaaf, [Biyya keenyattis taanaan qaruuraaleen plaastikaa bakka bakkatti gataman qulqullummaa naanno irratti rakko guddaa uumaa jiru]

Sam
Yeah, you can find plastic bottles almost anywhere, now! I think that, as well as air pollution, plastic pollution is becoming a real issue!

Caalii
'Pollution' jechuun faalama. What do you think, Phil?

Phil
I agree that pollution is a big issue. But what are people supposed to do? I mean, I'm a big consumer of fizzy drinks. I can't buy a bottle made of paper, can I? It would fall to pieces!

Caalii
'Fizzy drinks' jechuun dhugaatii lallaafoo. Yes, but there must be other materials we can use?

Sam
Yeah! Something degradable would be better as it wouldn't cause such a mess for so long!

Caalii
Yes! 'Degradable' jechuun kan tortoruu danda'an. 

Phil
Well, I agree, it's probably a good idea, but you're also forgetting that people can reuse plastic, too!

Caalii
'Reuse' jechuun irradeebi'anii fayyadamuudha. Perhaps you're right, Phil. Egaa kun gaafii har'aa na yaadachiisa: Qaruuraawwan pilaastikiirraa kan bishaanii hangamtu Ameerikaatti guyyuun gatama jenne si gaafannee turre.

Deebiinsaa …(C) Qaruuraawwan miliyoona 60 dha.

Sam
Oh wow! I can't believe it, that's so depressing. It's really bad for the environment!

Caalii
'Environment' jechuun naannoo! Yes, likewise, a huge number of plastic bottles are also used and disposed in Ethiopia where only a small proportion is reused.

Phil
Ok, right! I'm going to reuse this bottle! So, where's the fizzy drinks tap?

Caalii
I guess Phil you must be really thirsty! Yaadnikee maali? Yeroo heddu qaruuraawwankee 'reuse' irradeebitee fayyadamtaa irrdeebitee itti guuttuun ykn irradeebiin hojjirra akka oolu goota?  'Pollution' faalamni ykn 'obesity' furdinni hammaan olii bakka atijirtuutti rakko qabatamaadha? Qaruuraawwan pilaastikii 'environment' naannnoof omishawwan gaariidhamoo kan rakkoo fidaniidha jettee yaadda? Waan ofii yaaddu beekuu akka dandeenyuuf garee feesbuukii keenyatti miseensa ta'i/makami! Jechoota biro waa'ee qaruuraawwan 'degradable' hintaane tortoruu hindandeenye ykn dhaawwataan gara biyyeetti jijjiramu kan hindandeenye  fayyadamuun 'consequences' rakkinawwan boodarra dhufuu malan dubbana. Barnoota English Together keessatti mata duree dabalataarratti mari'achuuf yeroo ittaanutti walitti deebina. Nagaatti!

Meaning & Use

reuse (verb)

Reuse is a verb which means to use something again. 
Reusing bottles helps to reduce waste.
The charge for plastic bags encouraged people to reuse them.
People used to reuse things more in the past.

recycle (verb)

Recycle is a verb which means to reuse something (often waste) to create a new product.
Glass bottles are easy to recycle.
Waste paper is recycled to make new paper.
If plastic is recycled, it creates less waste. 

obesity (noun)

Obesity is a noun which refers to the condition of being dangerously overweight.
Doctors have reported an increase in cases of obesity.
Obesity is a growing public health problem.
Processed food is a major cause of obesity.

pollution (noun)

Pollution is a noun that refers to a harmful substance present in the air, land or water.

The size of the rubbish dump has led to pollution in the river.
The increase in traffic has caused an increase in air pollution in the city.
Fish are dying due to pollution in the sea.

environment (noun)

The noun environment is used to refer to our surroundings and often refers to nature.
Human actions have caused damage to the environment.
It is important to protect the environment.
Plastic waste causes damage to the environment.

consequences (noun)

Consequences are the results of actions.
If we do not protect the environment, the consequences will be serious.
The new law had positive consequences and improved the situation.
The increase in plastic bottle use has had negative consequences.

degradable (adjective)

If something is degradable, it means that it will break down over time.
Plastic waste is not degradable - it remains intact for centuries.
Paper and card waste is degradable - it breaks down into chemical components.
Food waste is degradable and can be used as fertiliser for plants.

 

Plastic bottle panic

4 Questions

Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.

Parabéns! Você completou o exercício.
Excellent! Excelente! Bad luck! Você acertou:
x / y

Over to you!

What are your views? Do you think there is too much plastic bottle waste? Tell us on our Facebook group.

Join us for our next episode of English Together when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Turtii waliin qabaanneef galatoomi, barnoota dabalataa English Together torban ittaanu walitti deebina.

Vocabulário desta lição

  • obesity
    furdina hammaan olii

    pollution
    faalama

    degradable
    kan tortoruu danda’u/ dhaawwataan biyyeetti kan dabalamu danda’u.

    environment
    naannoo

    consequence
    rakkina boodarra dhufu

    fizzy drinks
    dhugaatii lallaafoo (kan gaazii ofkeessa qaban)

    recycle
    irradeebiin omishaaf oolchuu/deebisanii hojiirra oolchu

    reuse
    irraadeebiin fayyadamuu