جلسه 3

Listen to find out how to tell someone what your job is.
Hojiinkee maal akka ta’e akkaataa nama wayiitti himtu hubachuuf caqasi.

Session 3 score

0 / 3

  • 0 / 3
    تمرین 1

تمرین 1

What do you do?

Listen to find out how to tell someone what your job is.
Hojiinkee maal akka ta’e akkaataa nama wayiitti himtu hubachuuf caqasi.

Listen to the audio and take the quiz. Sagalee caqasiitii qormaata fudhadhu.

نشان دادن متن پنهان کردن متن

Ammayyuu
Akkam jirta. Barataan Afaan Ingilizii kamiyyuu isa malee baruu kan hindandeenye qooqa barbaachisoo kan siif dhiheessu, gara Essential English Conversation baga nagaan dhufte. Ani Ammayyuudha. Kutaa kana keessatti hojii maal akka hojjattu akkaataa itti himtu baratta.

Namoonni lama waa’ee hojiisaanii yeroo walgaafatan caqasi.

Amanda
Hi James. What do you do?

James
I’m an engineer. How about you, Amanda?

Amanda
I’m a farmer.

Ammayyuu
Yoo hubachuuf si rakkise, hinyaadda’in; shaakaluuf akka sigargaaru haasawicha addaan qoodna.
Kan jalqaba dubbatte ‘What do you do? ‘maal hojjatta?’ jettee gaafatte. Kun gaaffii nuti Afaan Ingilizii keessatti waa’ee hojii namootaa gaafachuuf itti fayyadamnudha. Caqasiiti gaalicha irra-deebi’i.

What do you do?

Ammayyuu
Kan lammaffaa dubbate ‘an engineer ‘ jechuun Injinarii akka ta’e dubbate. Atis ‘I’m’ ‘ani’ jettee gosa hojii itti dabalta jechuu dha. Gaalicha caqasiiti irra deebi’i.

I’m an engineer.

Ammayyuu
Ittaansuun gaaffii walfakkaataa nama jalqabaa san gaafate. Namni ta’e gaaffii walfakkaataaf deebii akka siif kennu yoo barbaadde, ‘How about you?’ ‘Atihoo?’ jettee gaafachuu dandeessa? Gaalicha caqasiiti irra-deebi’i.

How about you?

Ammayyuu
Kan jalqaba dubbatte qonnaan bultuudha. Kanaafuu, ‘I’m’ ‘Ani’ ‘a farmer’ ‘qonnaan bultuudha jette’. Gaalicha caqasiiti irra-deebi’i.

I’m a farmer.

Ammayyuu
Gaariidha! Ammammoo, namoonni garaa garaa waa’ee hojiiwwan isaanii wayita walgaafatan, isa ati jette waliin walbira qabii mirkaneessi.
Kileeyir barsiistuudha ‘a teacher’ Alis immoo meeshaa gurgurti ‘a salesperson’.

Hi Claire, what do you do?

I’m a teacher. How about you, Alice?

I’m a salesperson.

Ammayyuu
Maark nama gamoo ijaaru ‘a builder’ yeroo ta’u Piit immoo doktora ‘a doctor’.

Hi Mark, what do you do?

I’m a builder. How about you, Pete?

I’m a doctor.

Ammayyuu
Tole, kana irra deebinee haayaallu. Himoota Afaan Ingilizii caqasiiti irra deebi’i.

Hi James, what do you do?

I’m an engineer.

How about you, Amanda?

I’m a farmer.

Hi James, what do you do?

I’m an engineer.

How about you, Amanda?

I’m a farmer.

Ammayyuu
Gaariidha! Hangam Afaan Ingilizii akka yaadattu haa ilaallu. Himoota qooqa keetiin caqasiiti Afaan Ingiliziittii maal akka ta’an dubbadhu.

Hayyee Jems, maal hojjatta?
Hi James, what do you do?

Ani Injiinara.
I’m an engineer.

Amandaa Atihoo?
How about you, Amanda?

Ani qonnaan bultuudha.
I’m a farmer.

Ammayyuu
Gaariidha, amma haasawa guutuu dabalii caqasi.

Amanda
Hi James, what do you do?

James
I’m an engineer. How about you, Amanda?

Amanda
I’m a farmer.

Ammayyuu
Dansa! Amma hojiinkee maal akka ta’eefi namoonni biroo maal akka hojjatan Afaan Ingiliziin gaafachuu dandeessa. Hanga ammaatti waan baratte shaakaluu akka hin daganne. Hiriyyaa barbaadiiti Afaan Ingiliziitiin hojiikee himuudhaan akkasumas hojiinsaa/hojiin ishee maal akka ta’e gaafachuudhaan shaakali. Qophii Essential English Conversation dabalataaf yeroo ittaanutti walitti deebina. Nagaatti!

Check what you’ve learned by choosing the correct answer to the question.
Gaaffiichaaf deebii sirrii ta’e filachuun waan baratte hubadhu.

What do you do?

3 Questions

Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e filadhu.

تبریک می گوییم
Excellent! آفرین! نمره شما Bad luck! :
x / y

Join us for our next episode of Essential English, when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Barnoota Essential English ittaanu kan dandeettii caqasuukee ittiin shaakaltuufi qooqa barbaachisoo barannutti walitti deebina.

Shaakala dabalataaf miseensa garee Feesbookii keenyaa ta’i!

واژه های تازه این جلسه

  • What do you do?
    Maal hojjatta?

    I’m _______.
    Ani….dha.

    How about you?
    Atihoo?

    an engineer
    Injiinara

    a farmer
    qonnaan bulaa

    a driver
    konkolaachisaa

    a nurse
    ogeessa fayyaa

    a chef
    nama nyaata qopheessu

    a teacher
    barsiisaa

    a salesperson
    nama meeshaa gurguru

    a builder
    nama gamoo ijaaru

    a doctor
    doktora