课程 39

In today's episode we will be discussing whether children should be paid to do their maths homework.
Kutaa har’aa keessatti waa'ee daa'immaan hoj-maneesaanii hojjechuuf kaffalamuufiin irra jiraachuuf dhiisuurratti mar'anna.

本单元得分 39

0 / 3

  • 0 / 3
    练习题 1

练习题 1

Should we pay kids to do homework?

Look at the Session Vocabulary – make sure you know what these words mean:

  • homework
  • responsibility
  • financial inducement

Quiz

According to the OECD, how much homework do British 15-year olds do every week? 

a) nearly 10 hours
b) nearly 5 hours
c) nearly 15 hours

Listen to the discussion and find out the answer.

Listen to the audio and take the quiz. Sagalee kana caqasitii batalicha hojjedhu

显示文字稿 收起文字稿

Caalii
Yooyyaa! Gara English Together kan mata duree tibbanaa irratti mari'annuufi qooqa ittiin dubbachuuf si barbaachisu siif qoodnutti baga nagaan dhufte. Ani Caaliidha. Akkasumas Fiiliifi Toom naa waliin jiru.

Phil
Hi, I'm Phil!

Tom
And I'm Tom. Hi everybody! Welcome to today's episode. 

Caalii
Qophiin har'aa waa'ee daa'immaniifi hojii manaa ykn hoj-maneeti.
OECDn akka ragaa bahutti, Britiish keessatti daa’imman umrii waggaa 15, torban torbaniin hoj-manee hangamii hojjatuu?

a)    Hanga sa'aatii 10 kan ta'u

b)    Hanga sa'aatii 5 kan ta'u

c)    Hanga sa'aatii 15 kan ta'u

Ati maal yaadda Fiil?

Phil
I don't know what the answer is, but I think 15 hours a week sounds about right. Children should be studying, it's important.

Tom
Well, I'm not going to say that it isn't important – but surely they need to have time to play, as well – life isn't just about work.

Phil
Play is fine – but let's be honest, if you haven't got a good understanding of language, maths and science, then you're not going to be that successful as an adult.

Caalii
Egaa waa'ee kanaa maal akka yaaddu haa'ilaallu - gabbaasni World Update kan BBC World Service irraa argameefi waa'ee aappii wayita ijoolleen hoj-manee herreegaa isaanii hojjatan kaffaltii godhu kunooti.

News presenter
8 years ago Mohamad Jebara designed an online maths programme for children, mildly successful, but six months ago he added another dimension - children would be paid real money if they completed their maths exercises and according to Mr Jebara, their performance skyrocketed.

Mr Jebara
…So we've been testing this with a pilot group over the last six months, and we have seen that 75% of them are completing their three exercises in a week, which is about an hour's worth of work in the week.

Caalii
Egaa, waa'ee kana maal yaaddaa?  

Phil
Oh come on, that's ridiculous! I want them to be driven by the importance of learning. I don't think this does that.

Caalii
'Driven' jechuun 'offamuu ykn geggeffamuu' dha – akkasumas 'driven' ta'uun barnootaaf qabatamaatti barbaachisaadha.

Tom
So, you don't think that cold, hard, cash is a driver for people to learn?

Phil
No, that's not a real driver – it's just financial inducement – we should be better than that.

Caalii
'Financial inducement' jechuun 'maalaqa kakaasuu' jechuudha. Garuumoo kun haaluma waanti hundaa itti hojjetuudha mitii?  

Tom
Well, yeah that's what I was going to say. Inducing people to do something with money isn't always bad. I think there's something good about showing people that there's an upshot to the choices that they make.

Caalii
'An upshot' jechuun 'bu'aafi fafa' jechuudha – don't you think children should learn that every action has an upshot?

Phil
Well, yes but – shouldn't the upshots be about learning? Why does everything have to be about money?

Tom
Because it's teaching people responsibility, and if it means they learn maths at the same time – that’s great! I mean, if you think homework is a good thing, then you should be happy about this, Phil.

Caalii
Tole, ammas irradeebinee waa’ee hoj-manee dubbanna – deebii gaafii har’aa haa ilaallu. Daa'imni Biritish kan umrii waggaa kudha shanii, torbanitti sa'aatii hangam ta'uuf hoj-maneerratti akka dabarsan gaafanne turre. Akka ragaan OECD irraa argame jedhutti, sa'aatii 4.9 yoo ta'u, egaa deebiinsaa b) Hanga sa'aatii 5 kan ta'u isa jedhudha.

Tom
Yes, that sounds sensible – time to study, and time to have a life as well.

Phil
Hmm, doesn't seem enough to me. Maybe they do need the financial inducements.

Tom
I thought you said that motivation should come from somewhere else?

Phil
Maybe you convinced me.

Tom
Now, there's a first!

Caalii
Tole, yeroon gahaa waan jiruuf jechoota har’a hanga yoonaatti barachaa turre haa'ilaallu – 'driven' jechuun oofamuu ykn geggeeffamuu; 'financial inducement' jechuun maallaqa kakaasuu jechuudha; 'upshot' jechuun bu’aafi fafa.
Turtii waliin qabaanneef galatoomi. Barnoota English Together dabalataaf torbee ittaanu walitti deebina. Nagaatti Bye!

Meaning & Use

driven (adjective)

Someone who is driven has a strong desire to achieve something.

She was so driven to get fit that she went to the gym every day.
You need to be driven if you want to succeed.

financial inducement (noun)

A financial inducement is a sum of money intended to convince someone to do something.

The low tax rate was a financial inducement for companies to move there.
She thought that her bonus was a good financial inducement to work hard.

upshot (noun)

The upshot of something is the consequence or result.

The upshot of the discussion was that we decided to do things differently.
They had a massive argument yesterday. The upshot of that is they won't talk to each other for a while.

Should we pay kids to do homework?

3 Questions

Choose the correct answer.
Deebii sirrii ta’e fili.

祝贺你完成了测验!
Excellent! 太棒了! Bad luck! 加分:
x / y

What do you think? Should children be paid to do their homework? Tell us on our Facebook group.
Ati maal yaadda? Daa’imman kaffalameefii hoj-manee hojjachuu qabu jettaa? Garee Feesbuukii keenyarratti nutti himi.

Join us for our next episode of English Together when we will learn more useful language and practise your listening skills.
Engilish Together kan qooqa barbaachisoo keessatti barattuufi dandeettii waa caqasuukee ittiin shaakaltutti, sagantaa keenya ittaanuun walitti haadeebinu

本课词汇

  • homework
    hoj-manee

    performance
    Raawwii

    importance
    barbaachisummaa

    responsibility
    ittigaafatamummaa

    driven
    oofamu/gaggeeffamu

    financial inducement
    maalaqaan kakaasuu/hamileessu

    repercussion
    haala ykn waan dubarraan dhufu